Fana: At a Speed of Life!

Sadarkaa federaalaatti gurmii bulchiinsa naannoo Kibbaarratti mari’atamaa jira

0 116

Finfinnee, Hagayya 7,2011 (FBC) – Sadarkaa federaalaatti bu’aa qorannoo fi yaada murtoo gurmii bulchiinsa naannoo Kibbaarratti Finfinneetti mari’atamaa jira.

Waltajjichaan dhimmoota sadarkaa biyyaa fi naannoo akkasumas bu’aa qorannoo bulchiinsa naannoo Kibbaarratti ni mari’atama.

Maricharratti hoggansi sadarkaa federaalaa dhalattoota naannichaa hirmaachaa jiru.

Oduu walfakkaatadhaan hoggansi Sochii Demokraasummaa Ummattoota Kibba Ityoophiyaa gurmii bulchiinsa naannichaarratti magaalaa Adaamaatti mari’achaa jiru.

Comments
Loading...