Fana: At a Speed of Life!

Rakkoo waa irranfachuu qoraanno dhiigaa taasisuun beekun ni danda’ama jedhame

0 162

Finfinnee, hagayya 3,2011 (FBC) – Rakkoo waa irranfachuu qorannoo dhiigaa taasisuun beekuun kan danda’amu ta’uu fi  abdii kan namafi kennudha jedhame.

Qorattoonni Biriitaaniyaa raakkoo waa irraanfachu qorannoo dhiigaan beekuufi mallattoowwaan waa irranfachu beekuuf qorannoon taasisaan kun abdii kan namaaf kennu ta’u beeksisaniiru.

Qorattoonni kun akka ifoomsanitti namoonni rakkoo waa irraanfachuu mallattoon isaa otuu hin mul’atiin beekuuf kan dandeessisudha jedhan.

Dhukkuba kanaaf qoricha barbaachisu qopheessufillee carraa gaari uuma jechuun himaniiru.

Dhibeen kun akka idila addunyaatti babbal’acha jiraachu ragaaleen gara garaa ni mul’isa.

Maddi:- BBC

Comments
Loading...