Fana: At a Speed of Life!

Istaadiyamiin Tigraay fi Baahir Daar waldorgommii CAF akka gaggeessu eeyyama yeroof argate

0 247
Finfinnee, Hagayya 1,2011 (FBC)- Istaadiyamiin Tigraay fi Baahir Daar waldorgommii Konfedereeshiniin Kubbaa Miilaa Afrikaa (Caf) akka gaggeessu eeyyama yeroof argachuu isaa Federeshinii Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa Beeksiseera.
 
Konfedereeshiniin Kubbaa Miilaa Afrikaa (Caf) Isataadiyamoota Tigiraay fi Baahir Daar Hagayya 1,2011 hamma Onkololeessa 1,2012 tti kan eeyyame.
 
Ji’oota lamaan kana keessatti Istaadiyamoonni kunneen waan gutamuu qabu akka guutan federeshiniichi akeekkachiisaniiru.
Comments
Loading...