Fana: At a Speed of Life!

Abuna Pheexroos(Magarsaa Badhaasaa) dhaloota har’aa jaalala biyyaa barsiisaniiru -Injiinar Taakkalaa Uumaa

0 174

Finfinnee, Adoolessa 22,2011(FBC)- Abuna Pheexroos(Magarsaa Badhaasaa) wareegama lubbuu kaffalaniin dhaloota har’aa jaalala biyyaa barsiisaniiru jedhan Injiinar Taakkalaa Uuman.

Itti aanaan kantiibaa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uumaan yaadannoo wareegama waggaa 83ffaa Abuna Pheexroos (Magarsaa Badhaasaa) irratti argamuudhan biqiltuu dhaabaniiru.

Sirnicharratti haasaa taasisaniinis Abuna Pheexroos dhaloota har’aatif jaalala biyyaa dabarsaniiru jedhan.

Injiinar Taakkalaan siidaa yaadannoo isaanii jalatti abaaboo kaa’aniiru.

Comments
Loading...