Fana: At a Speed of Life!

Obbo Tamasgan Xiruunah Dinquu Preezidaantii Mootummaa Naannoo Amaaraa ta’uun muudamaan

0 416

Finfinnee, Adoolessa 15,2011 (FBC) – Obbo Tamasgan Xiruunah Dinquu Preezidaantii Mootummaa Naannoo Amaaraa ta’uun muudamaan

Manni Maree Mootummaa Naannoo Amaaraa Yaa’ii Idilee 13ffaa Waggaa 4ffaa Bara Hojii Caffee 5ffaa eegaleera.

Manni marichaa muudama Preezidaantii naannichaa kaadhimummaan kan dhiyaataan obbo Tamasgan Xiruunah mirkaneesseera.

Yaanni addaa waan hin jirreef sagalee kennuun osoo hin barbaachisin heera mootummaa keewwata 60n muudamni isaanii mirkaneeffameera.

Alaazaar Taaddaleetu gabaase

Comments
Loading...