Fana: At a Speed of Life!

MM Dr Abiy Ahimad Ministirii Diinagdee fi Maallaqaa Faransaay Bruunoo Liimeer waliin mari’ataan

0 295

Finfinnee,Adoolessa 15,2011 (FBC) – Muummee Ministira Dooktar Abiy Ahimad Ityoophiyaa daawwachaa kan jiraan Ministirii Diinagdee fi Maallaqaa Faransaay Bruunoo Liimeer waliin mari’ataan.

Deeggarsa diinagdee Itiyoophiyaa fi Firaansi gidduutti cimaa dhufeerratti mari’ataniiru.

Ministeerri Diinagdee fi Faayinaansi Firaansi, Itiyoophiyaan giddugala invastimeentii Firaansi akka taatus mirkaneesanii jiru.

Xumura mariichaan biqiltuu dhaabaniiru.

Comments
Loading...