Fana: At a Speed of Life!

Ministirri Diinagdee fi Maallaqaa Faraansaay; Bruunoo Liimeer Itiyoophiyaa galan

0 138

Finfinnee, Adoolessa 15.2011 (FBC) – Ministirri Maallaqaa fi Diinagdee Faraansaay, Biruunoo Liimeer Itiyoophiyaa galan.

Ministiriichii daawwi hojiif gara Itiyoophiyaa kan dhufan yoo ta’u, hoji gaggeessa olaanaa daandii qilleensa Ityoophiyaa obbo Tewaaldee Gabramaariyaam waliin damee Aviiyeshiniin haalan waliin hojjechuun danda’amuurratti mari’achuu isaanii daandii qilleensa Ityoophiyaarra odeeffanne.

Ministirri Diinagdee fi Maallaqaa Faransaay; Bruunoo Liimeer turmaata isanii Ityoophiyaatin muummee ministira Dooktar Abiy Ahimadii fi ministira mMinisteera Maallaqaa FDRI obbo Ahimad Shiidee waliin kan mari’atan ta’a.

Turtii isaaniitiin hoggantoota olaanoo mootummaa waliin Finfinneetti ni mari’atu jedhamee eeggama.

Comments
Loading...