Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Koomushiinera Deeggarsa Misoomaa Idil Addunyaa Gamtaa Awurooppaa waliin mari’atan

0 104

Finfinnee, Adoleessa 15,2011 (FBC) – Minstirri Muummee Dooktar Abiy Ahmad Komushiinera Deeggarsa Misoomaa Idil Addunyaa Gamtaa Awurooppaa Neevan Miimiikaa waliin mari’atan.

Koomushinerichi Gamtaan Awurooppaa jijjirama mootummaan Ityoophiyaa fidaa jiru kan deeggaru ta’uu homaniiru.

Sirna dimookiraasii Ityoophiyaan mirkaneessuuf hojjetaa jirtus Gamtaan Awurooppaa ciminaan kan deeggaru ta’uu himaniiru.

Comments
Loading...