Fana: At a Speed of Life!

Bulchiinsi magaalaa Finfinnee baankota waliin ta’uun Giddugala qindaa’aa fayyadamummaa dargaggoota mirkaneessu ijaarufi

0 135

Finfinnee,Adoolessa 15,2011 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee baankota waliin ta’uun Giddugala qindaa’aa fayyadamummaa dargaggoota mirkaneessu ijaarufi.

Injinar Taakkalaa Uumaan hoji gaggeesitoota baankotaa waliin mari’achaa jiru.

Baankonni fayyadamummaa dargaggoota mirkaneessuuf bulchiinsa magaalichaa waliin hojjechuu akka barbaadan himaniiru.

Bulchiinsa magaalichaa waliin ta’uu Giddugala ammayyaa hunda galeessa fi qindaa’aa ta’ee fi carra hojii dargaggoota banu ijaaruuf waliigalameera.

Hoji gaggeessitoonni baankoota kunneen hojii bulchiinsi magaalichaa uffata seeraa fi meeshaalee barnoota, baratoota mana burumsaa mootummaa magaalichaa dhiyyeesuuf hojjeta jiru kan deeggaran ta’uu himaniiru.

Maddi:- Waajjira Kantiiba

Comments
Loading...