Fana: At a Speed of Life!

Kaabineen bulchiinsa magaalaa Finfinnee baajatni bara 2012 Birrii biiliyoona 47.6 akka ta’u murteesse

0 800

Finfinnee, Adoolessa 13,2011(FBC)- Kaabineen bulchiinsa magaalaa Finfinnee baajatni bara 2012 Birrii biiliyoona 47.6 akka ta’u murteesse.

Murtichis Mana Maree Magaalaa Finfinneetti dhiyaatee yammuu ragga’u hojiirra kan oolu ta’a.

Kaabinichi walga’ii har’a gaggeessen Dhaabbanni Qeeraawwanii Finfinnee gariin yookin guutummaan dhuunfaaf akka dabarfamu qorannoon gaggeeffamee akka dhiyaatu murteessera.

Comments
Loading...