Fana: At a Speed of Life!

Finfinneen invastimantii hooteela magaalichaa guddisuuf murteessite

0 234
Finfinnee, Adoolessa 13,2011(FBC)- Kaabineen bulchiinsa magaalaa Finfinnee invastimantii hooteela magaalichaa guddisuuf murteesse.
 
Finfinneetti invastimantii hooteelaa guddisuu fi magaalattiin wiirtuu koonfiransii fi keessummeessa taateewwanii akka taatuf biiroon koonveenshinii akka banamu murteessera.
 
Wiirtuu hundaa’e kanas obbo Quumnagar Takattal daayreektarummaan akka hogganan muudamaniiru.
 
Comments
Loading...