Fana: At a Speed of Life!

Instaagiraamiin  “like” fayyadamtootni hordooftootasaanirraa argatan dhoksuu eegale

0 264

Finfinnee, Adoolessa 12, 2011 (FBC) – Instaagiraamiin oduulee fayyadamtoonni Applikaashinicharratti facaasaan “like” hordooftootarra argataan dhooksuu eegale.

Applikaashinichi kana kan taasise oduulee fayyadamtoonni facaasaan dhiibbaa hordooftoota isaanirra irra ga’u hambisuuf jedhe.

Applikaashinichi yeroo ammaa kana biyyoota ja’arratti oduulee fayyadamtoonni facaasaanirratti mallattoo yaada hordooftoonni kennan kan agarsiisu dhooksu eegaluusaa beeksise.

Murtichiis biyyoota akka Awustraaliyaa, Xaaliyaan, Ayirlaand, Jaappaan, Biraazil fi Niiwuzirlaand yaalii ta’aa jira.

Maddi: – www.presstv.com

Comments
Loading...