Fana: At a Speed of Life!

Waancaa Afrikaan Naayjeeriyaan sadarkaa 3ffaan xumurte

0 217

Finfinnee, Adoolessa 11, 2011 (FBC) – Gibtsitti adeemsifamaa kan jiru Taphni Kubbaa Miilaa waancaan Afrikaa 32ffaa Naayjeeriyaan sadarkaa 3ffaa qabachuun xumurteetti.

Taphichi kaleessa galgala kan adeemsifame Naayjeeriyaan Tuniziyaa 1-0 injifachuun sadarka 3ffaa qabachuu dandeesse.

Odiyoon Egihaaloo dorgomichaan galchii 5 galchuun dursaa jira.

Qopheessummaa Gibtsin adeemsifaamaa kan jiru Taphni Waancaa Afrikaa 32ffaa tapha xumuraa Seenegaal fi Aljeeriyaa taasisaniin kan xumuramu ta’a.

Maddi : – BBC

 

Comments
Loading...