Fana: At a Speed of Life!

Balaa Abiddaa Istidiiyoo Onimeshiin Jaappan mudateen lubbuun namoota 12 darbe

0 188

Balaa Abiddaa magaalaa Kiyootoo Istidiiyoo Onimeshiin Jaappan mudateen lubbuun namoota 12 darbe.

Balaa mudate kanaan namoonni 12 yoo du’an namoota 35 irra miidhan ga’uu hogganaan ogeessota ittisa balaa ibiddaa magaalaa Kiyootoo Saatoshii Faajiwoora himan.

Namoota 18 ammoo as buteen isaan hin beekamne kan jedhan Saatoshiin hojiirra jiraachu fi jiraachu dhabuun isaani odeeffannon agarsiisu hin jiru jedhan.

Ka’umsa balaa kana baruuf hojjetamaa jiraachuun himameera.

Maddi: BBC

Comments
Loading...