Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Ce’umsa Raayyaa Ittisaa Sudaanii fi mormitoonni waliigaltee mallatteessan

0 125

Finfinnee, Adoolessa 10,2011 (FBC) – Manni Maree Ce’umsa Raayyaa Ittisaa Sudaanii fi Gareen mormitoota (FDFC) waliigaltee mallatteessaan.

Waliigalteen kun qaamoleen lamaan halkaan guutuu marii erga taasisaanii waliigaltee aangoo qooddachuu mallatteessaniiru.

Hogganaa itti aanaa Mana Maree Ce’umsa Raayyaa Ittisaa Sudaan Mahaammad Hamdaan Dogaali waliigalteen kun biyyattiif seenaa guddadha jedhan.

Heera mootummaa ilaalchisuun waliigalteen biros yeroo dhiyootti akka mallattaa’u ni eegama.

Maddi:- Roytaars

Comments
Loading...