Fana: At a Speed of Life!

Awustraaliyaan madda anniisa humna Aduurra Idil Addunyaatti beekama ta’e ijaaruufi

0 322

Finfinnee. Adoolessa 9, 2011 (FBC) – Awustraaliyaan madda anniisa humna Aduurra Idil Addunyaatti beekama ta’e ijaaruufi

Awustiraaliayaan ijaaruuf kan yaadde madda anniisa humna Aduurraa kana naannoo gammoojjii bulchiinsa Kibba biyyatiitti.

Piroojekticha ijaaruuf doolarri biilyoonaa 20 baasii ta’uun isaa ibsameera.

Proojektichi maddoota Anniisaa Humna Aduu fi Humna Industirii Awustiraaliyaaf carraa gaarii ni uuma jedhameera.

Proojektichi moggaasa maqaa San Kebil jedhamu argateera.
Proojektiin kun humna Giigaa Waati 10 ni maddisiisa.

Proojektichi hir’ina humna annisaa biyya keessatti mudatan teeknoolojii bakka bu’udha jechuun kan dubbataan daayreekteera olaanaa San kebil Deevid Girifidha.

Ijaarsi proojekticha bara faranjoota 2013 kan eegalu yoo ta’u bara faranjoota 2027 hojii ni eegala.

Maddi: – Zegardiiyaan

Comments
Loading...