Fana: At a Speed of Life!

ADPn obbo Yohaannis Bwaayaalaw itti aanaa dura taa’aa paartichaa gochuun filate

0 287

Finfinnee, Adoolessa 8,2011(FBC)- Koreen giddugaleessaa Amaaraa Demokraatiik Paartin(ADP) obbo Yohaannis Bwaayaalaw itti aanaa dura taa’aa paartichaa gochuun filate.

Paartichi preezdaantii naannoo Amaaratiif obbo Tamasgeen Xiruunah kaadhimamtummaan dhiyeessera.

Obbo Tamasgeen Xiruunahii fi obbo Aganyahu Tashaagar ammoo hoji raawwachiistuu ADP fi hoji raawwachiistuu ADWUI gochuun filateera.

ADPn walga’iisaa gaggeessaa ture har’a xumureera.

Comments
Loading...