Fana: At a Speed of Life!

Waancaa Afrikaan Aljeeriyaa fi Tuniziyaan walakkaa xumuraaf darbaniiru

0 217

Finfinnee, Adoolessa 5, 2011 (FBC) – Waancaa Afrikaan Aljeeriyaa fi Tuniziyaan walakkaa xumuraaf darbaniiru.

Tapha walakkaa xumuraaf darbuuf kaleessa galgala taphataniin Aljeeriyaan Ayivoorii Koosti injifachuun walakkaa xumuraaf dabarteetti.

Taphichaan tokko qixa erga bahaniin booda Aljeeriyaan rukuttaa adabbiitin(peenaalitiin) 4 fi 3’n injifachuun walakkaa xumuraaf dabarteetti.

Tapha biraa galagala taphatameen Tuuniziyaan Maadaagaaskaar 3 fi 0’n injifachuun dabarteetti.

Dilbata dhufu Aljeeriyaa fi Naayjeeriyaa, Senegaalii fi Tuuniiziyaan tapha waancaa xumuraaf darbuuf ni falmatu.

Comments
Loading...