Fana: At a Speed of Life!

Tapha waancaa Afrikaan Naayjeeriyaa fi Senegaal xumura walakkaaf darbaniiru

0 164

Finfinnee, Adoolessa 4,2011(FBC)- Tapha waancaa Afrikaan Naayjeeriyaa fi Senegaal xumura walakkaaf darbaniiru.

Waancaa Afrikaan kaleessa galgala taphni xumura nuusaa adeemsifameera.

Sa’atii 1 irratti tapha taphatameen Senegaal 1- 0 Beeniin injifatteetti.

Tapha sa’aatii 4 irratti adeemsifameen Naayjeeriyaan 2 – 1 Afrikaa Kibbaa injifachuun xumura walakkaaf darbaniiru.

Tapha xumura walakkaaf Senegaal – Taanzaaniyaa waliin yoo tapahattu, Maadaagaaskaar kan mo’ate waliin taphatti.

Mo’ataan Ayvooriikoostii fi Aljeeriyaa immoo Naayjeeriyaa waliin kana taphatu ta’a.

Comments
Loading...