Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Naannoo Somaalee bara baajataa 2012f Birrii biiliyoona 18 fi miiliyoona 300 raggaasise

0 137

Finfinnee, Adoolessa 4, 2011 (FBC) – Manni Maree Naannoo Somaalee bara baajataa 2012f baajata Birrii biiliyoona 18 fi miiliyoona 300 raggaasise.

Manni marichaa yaa’ii idileesaa 9ffaa magaalaa Jigjigaatti gaggeessera.

Baajatni ragga’e kan bara darbeerra caalmaa Birrii miiliyoona dhibba 6 fi miiliyoona 46 qaba.

Manni marichaa miseensota dhiibbaa mirga namoomatiin shakkaman 3 irraa mirga himatamuu dhabuu irraa kaasuuf yaada dhiyaate ilaalee yaada dabalataatif koree dhimma haqaatif dabarseera.

Comments
Loading...