Fana: At a Speed of Life!

Iityoo – Teelekoom tajaajila tolaa laachuu eegale

0 446

Finfinnee, Adoolessa 1,2011(FBC)- Iityoo – Teelekoom maamiltootaf tajaajila tolaa guyyootii 3 laachuu eegale.

Tajaajilli tolaa kun kennaa bara baajata haaraati jedhameera.

Baajata bara haaraa ilaalchisuudhan Ityoophiyaanota hundaaf tajajaila sagalee biyya keessaa daqiiqaa 20 fi ergaa gabaabaa biyya keessaa 30 laachuusaa beeksiseera.

Kanaan alas tajajaila intarneetii bilisaa giigaa baayitii 1 kennaadhan dhiyeessera.

Tajaajilli bilisaa kun har’a Adoolessa 1 eegalee amma Adoolessa 3,2011tti kan turudha.

Comments
Loading...