Fana: At a Speed of Life!

Dubartiin ulfaatina kiiloo giraama 130 dorgommii miidhaginaa injifatte

0 314
Finfinnee, Adoolessa 1,2011(FBC)- Dubartiin ulfaatina kiiloo giraama 130 dorgommii miidhaginaa injifatte.
 
Tereesii Nidu’aatiin amma umriin ishee waggaa 30.
 
Dorgomtoota miidhaginaa dhiyaatan 150 keessaa 20n hafan injifachuudhan mo’atteetti.
 
Tereesii Nidu’aatiin dorgomtoota dhiyaatan keessaa kiiloo giraama olaanaa qabdi.
 
Sochii geejibaa Keeniyaa keessatti kaffaltii taarifa dachaa akka ishee kaffalchiisan himteetti.
 
Hiriyaan ishee hojii qonnaarratti bobba’e furdina isheetin waan qaana’uuf akka manaa hin baanee fi hojii manaa qofarratti akka xiyyeeffattu ishee dirqisiisaa akka tures ni dubbatti.
 
Baatii dhuftu keessa Keeniyaa bakka buutee waltajjii idil addunyaa Ameerikaatti qophaa’erratti kan dhiyaattu ta’uu “BBC”n gabaasera.
Comments
Loading...