Fana: At a Speed of Life!

Diyaamand Liigii Loozaanin Ityoophiyaanonni milkaa’aniiru

0 221
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2011 (FBC)- Diyaamand Liigii kaleessa galgala Loozaanitti gaggeeffameen meetira kuma 5 Atleet Yoomiif Qajeelchaan injifate.
 
Yoomiif dorgommicha daqiiqaa 13 fi maaykiroo sakandii 56 injifateera.
 
Atleet Salamoon Baraggaan ammoo daqiiqaa 13, sakandii 1 fi maayikiroo sakandii 99 sadarkaa 2ffaa ba’eera.
 
Atleet Xilaahuun Hayleen daqiiqaa 13, sakandii 3 fi maayikiroo sakandii 9 sadarkaa 3ffaa qabateera.
 
Dorgommii dhiiraa meetira 1500 Atleet Ayyanillih Suleemaan daqiiqaa 3, sakandii 30 fi maayikiroosakandii 79 dorgommicha sadarkaa 3ffaadhan xumureera.
Comments
Loading...