Fana: At a Speed of Life!

Artiist Elemoo Aliin waggaa 41 booda har’a gara biyyaa deebi’e

0 197

Finfinnee, Waxabajjii 14,2011(FBC)- Artiist Elemoo Aliin waggaa 41 booda har’a gara biyyaa deebi’e.

Elemoon Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee yammuu ga’u, hogganaan Biiroo Dhimmoota Koominikeeshinii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Admaasuu Daamxoo, itti gaafatamaan qunnamtii fi yaada ummataa ODP obbo Taayyee Danda’aa fi hoggantoonni biroo simannaa taasisaniifiru.

Artiist Elemoon roorroon biyyaa kan ba’e yammuu ta’u, jijjiiramni amma dhufaa jiru gara biyyaa akkan galu na taasiseera jechuun simannaarratti dubbateera.

Comments
Loading...