Fana: At a Speed of Life!

Waltajjiin biyyoolessaa imala demokraasiirratti xiyyeeffatu gaggeeffamaa jira

0 105

Finfinnee, Waxabajjii 12,2011(FBC)- Waltajjiin marii biyyoolessaa “Ityoophiyaan gara imala demokraasii” jedhu magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.

Waltajjicharratti haasaa kan taasisan hayyuun seenaa Proofeesar Eefreem Yisihaaq Ityoophiyaa kan baasu imala demokraasii fi aadaa waliin jireenyaa qofa jedhan.

Waltajjicha kan qopheesse dhaabbata miti mootummaa Wiirtuu Nageenyaa fi Misoomaa jedhamudha.

Maricharratti hayyoonni, hoggansi jaarmiyaalee siyaasaa fi keessummoonni biyyoota alaa affeerraman irratti hirmaachaa jiru.

Daawiit Masfin

Comments
Loading...