Fana: At a Speed of Life!

Finfinneen Waxabajjii 30 eegalee imbaasiiwwanii fi tajajaila poostaa eeyyama qabaniin ala sochii mootoraa hunda dhoorkufi

0 148

Finfinnee, Waxabajjii 12,2011(FBC)- Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Waxabajjii 30,2011 eegalee imbaasiiwwanii fi tajajaila poostaa eeyyama qabaniin ala sochii mootoraa hunda dhoorkufi.

Itti aanaan kantiibaa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uuman ibsa har’a laataniin akka beeksisanitti, torbee 1f qaamolee nageenyaa waliin qorannaan taasifamuun booda murticharra ga’amuu eeraniiru.

Yakka magaalaa Finfinnee keessatti raawwatamu hambisuuf jecha murtichi murtaa’uu itti aanaan kantiibichaa ibsaniiru.

Comments
Loading...