Fana: At a Speed of Life!

Dorgommii atleetiksii Heengilootin Ityoophiyaanonni injifataniiru

0 150

Finfinnee, Waxabajjii 3,2011(FBC)- Dorgommii atleetiksii kaleessa Heengiloo Neezarlaandisitti gaggeeffameen Ityoophiyaanonni injifataniiru.

Dorgommii meetira 5000 dhiiran;

1ffaa. Xilaahuun Haylee 12:57.56, 
3ffaa. Salamoon Barrihuu 13:02.08,
5ffaa. Haaftuu Takluu 13:15.61,
6ffaa. Gammachuu Didhaa 13:17.47,
7ffaa. Nibrat Malaak 13:19.48,
11ffaa. Inniyaw Makoonnan 13:37.15

Dorgommii meetira 5000 dubartootan;

3ffaa. Hawwii Fayyisaa 14:38.76, (video: https://youtu.be/P3gMzpMkZjc)

Qabxiilee dorgommichaa waliigalaan https://www.iaaf.org/…/iaaf-world-chall…/2019/fbk-games-6544

Comments
Loading...