Fana: At a Speed of Life!

Dorgommiin staartaap Ityoophiyaa eegalame

0 130

Finfinnee, Waxabajjii 1,2011(FBC)- Dorgommiin staartaap Ityoophiyaa eegalame.

Waltajjicha ministirri Ministeera Innooveeshin Teeknooloojii Dooktar Injiinar Geetaahuun Makuriyaa jalqabsiisaniiru.

Saganticharratti ogeeyyiin dhaabbilee idil addunyaarraa dhufan argamaniiru.

Sagantichi qaama torbee innooveeshinii Ityoophiyaati.

Diinagdee diijiitaalaa deeggaruuf seeronni ba’anii hojiirra kan oolan ta’uu ministirichi beeksisaniiru.

Sagantichi amma booritti kan itti fufu yammuu ta’u, dorgomaa 1ffaa ba’eef badhaasni amma Birrii miiliyoona 1 ni laatama.

Comments
Loading...