Fana: At a Speed of Life!

Manni Barnootaa Yakkaatiit 12 fi Iityoo-Jaappaan mana barnootaa bultii addaa ta’uufi

0 112

Finfinnee, Caamsaa 30, 2011(FBC)- Manni Barnootaa Qophaa’inaa Yakkaatiit 12 fi Manni Barnootaa Sadarkaa 2ffaa Iityoo-Jaappaan mana barnootaa bultii addaa ta’uufi.

Manneen barnootaa kanneen bara barnootaa itti aanuu eegalee barattoota qabxii olaanaa galmeessisan qofa simatee kan keessummeessu ta’a jedhameera.

Manni Barnootaa Qophaa’inaa Yakkaatiit 12(Iteegee Manan) barattoota dubartootaa qabxii olaanaa galmeessisan 500, Manni Barnootaa Sadarkaa 2ffaa Iityoo-Jaappaan ammoo barattoota dhiiraa qabxii olaanaa galmeessisan 500 simatee kan keessummeessu ta’a jedhaniiru Injiinar Taakkalaan.

Comments
Loading...