Fana: At a Speed of Life!

Injiinar Taakkalaan sagantaa dhaabbii biqiltuu bara 2011 jalqabsiisan

0 66

Finfinnee, Caamsaa 30, 2011(FBC)- Itti aanaan kantiibaa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uuman sagantaa dhaabbii biqiltuu bara 2011 jalqabsiisan.

Injiinar Taakkalaan Mana Barumsaa Sadarkaa 1ffaa Miniiliikii fi Mana Barumsaa Yakkaatiit 12tti argamuudhan saganticha jalqabsiisaniiru.

Ganna baranaa haaromsi manneen barnootaa fi bara barnootaa 2012f abbootii qabeenyaatin deeggarsi yuunifoormii fi meeshaalee barnootaa ni taasifama jedhaniiru.

Sagantaa barattootaf nyaata dhiyeessuu baranaatin barattoonni kumni 70 fayyadamoo kan ta’an yammuu ta’u, bara itti aanutti barattoonni kumni 300 fayyadamoo ni ta’u jedhan.

Comments
Loading...