Fana: At a Speed of Life!

Diyaamand Liigii Roomin Ityoophiyaanonni mirgaan galaniiru

0 168

Finfinnee, Caamsaa 30,2011(FBC)- Dorgommii Diyaamand Liigii galgala Xaaliyaan magaalaa Roomitti gaggeeffameen Ityoophiyaanonni mirgaan galaniiru.

Dorgommii Diyaamand Liigii Waldaan Federeeshinii Atleetiksii Idil Addunyaa(IAAF) qopheesse kanarratti atleetonni Ityoophiyaa dorgommii gosoota 3n olaantummaadhan xumuraniiru.

Haaluma kanaan;

Dorgommii dhiiraa meetira kuma 5000;
1ffaa. Xilaahuun Haylee 12:52.98
2ffaa. Salamoon Baaraggaa 12:53.04
3ffaa. Haagoos G/hiiywat 12:54.92
5ffaa. Abbaadii Haddiis 12:56.48
18ffaa. Milkeessaa Mangashaa 13:25.74

Dorgommii dubartootaa meetira 1500;
1ffaa. Ganzabee Dibaabaa 3:56.28
3ffaa. Gudaaf Tsaggaaye 3:59.96
8ffaa. Aksuumaawiit Imbaayee 4:02.65
11ffaa. Almaaz Saamu’eel 4:04.43
12ffaa. Lamlam Hayluu 4:04.78
15ffaa. Daawiit Siyyuum 4:18.78

Gufachoo dhiiraa meetira 3000;
2ffaa. Geetinnat Waalaa 8:06.83
3ffaa. Caalaa Baayyuu 8:09.95

Comments
Loading...