Fana: At a Speed of Life!

Finfinneen qulqullina barnootatiif xiyyeeffannaa laattet hojjetti- Injiinar Taakkalaa

0 154

Finfinnee, Caamsaa 29,2011(FBC)- Bulchiinsi magaalaa Finfinnee qulqullina barnootatiif xiyyeeffannaa laatee kan hojjetu ta’uu beeksise.

Itti aanaa kantiibaa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uuman gamoo manneen barnootaa sadarkaa 1ffaa Salaam Firee fi Qilinxo kutaa bulchiinsa magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti ijaarraman ebbisaniiru.

Injiinar Taakkalaan ergaa dabarsaniin akka beeksisanitti bulchiinsi magaalichaa qulqullina barnootatiif xiyyeeffannaa laatee kan hojjetu ta’uu ibsaniiru.

Bara barnootaa itti aanutti barattootaf deeggarsa meeshaalee barnootaa kan taasisu ta’uu ibsaniiru.

Manneen barnootaa kanneen hanqina dareerraa kan ka’e dabareedhan barsiisaa turaniiru.

Comments
Loading...