Fana: At a Speed of Life!

Ba’aamlaak Tasammaan dorgommii waancaa Afrikaa 2019 irratti abbaa seeraa olaanaa ta’uudhan akka tabachiisu filatame

0 234

Finfinnee, Caamsaa 29,2011(FBC)- Ba’aamlaak Tasammaan dorgommii waancaa Afrikaa 2019 irratti abbaa seeraa olaanaa ta’uudhan akka tabachiisu filatame.

Abbootii seeraa kubbaa miillaa filataman 56 keessaa Ityoophiyaanonni lama hammatamaniiru.

Ba’aamlaak Tasammaan abbaa seeraa dirreerraa ta’uudhan abbootii seeraa filataman 26 keessaa tokko ta’eera.

Saamu’eel Tamasgan ammoo gargaaraa abbaa seeraa kubbaa miillaa filatam 30 keessaa tokko ta’uu danda’eera.

Waancaan Afrikaa 2019 guyyootii 11 booda Gibts Kaayrootti ni eegalama.

Comments
Loading...