Fana: At a Speed of Life!

Chaayinaatti Manni Maree Tuuriizimii hawwattoota Ityoophiyaa beeksisu hundaa’e

0 96
Finfinnee, Caamsaa 26,2011(FBC)- Chaayinaatti Manni Maree Tuuriizimii hawwattoota Ityoophiyaa beeksisu hundaa’e.
 
Ministeerri Dhimma Alaa FDRI akka beeksisetti manni marichaa Chaayinaatti imbaasii Ityoophiyaa fi Waajjira Daandii Ityoophiyaa naannichaatin hundaa’e.
 
Manni marichaa hawwattoota tuuriizimii Ityoophiyaa beeksisuuf ni hojjeta jedhameera.
 
Chaayinaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Tashoomaa Togaan sirnicharratti akka jedhanitti hundeeffamni mana marichaa lakkoofsa tuurisotoota Chaayinaa gara Ityoophiyaa imalan dabalaa jiru caalmaan hawwachuuf ni hojjeta.
Comments
Loading...