Fana: At a Speed of Life!

Hoggansi Raayyaa Ittisaa masaraa mootummaa daawwate

0 280
Finfinnee, Caamsaa 16,2011(FBC)- Hoggansi olaanoo Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI hojiilee masaraa mootummaa keessatti hojjetaman daawwatan.
 
Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad faayidaa Proojaktiin Shaggar Miidhagsuu jiraattotaaf qaburratti ibsa laataniiru.
 
Comments
Loading...