Fana: At a Speed of Life!

Obbo Gadduun diippiloomaatota waliin sagantaa walhaabarruu qopheessan

0 215
Finfinnee, Caamsaa 14,2011(FBC)-Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Gadduu Aandaargaachaw diippiloomaatota biyyoota alaa teessoo isaanii Finfinnee godhatan waliin sagantaa walhaabarruu qopheessan.
 
Sagantaa Skaay Laayititti gaggeeffamaa jiru kanarratti diippiloomaatonni biyyoota addaddaa argamaniiru.
 
Obbo Gadduun dhimmoota addaddaarratti diippiloomaatota waliin ni mari’atu.
 
Obbo Gadduu Aandaargaachaw Eebila 10,2011 ministira Dhimma Alaa ta’anii muudamuun isaanii ni yaadatama.
 
Silaabbaat Maannayyeetu gabaase.
Comments
Loading...