Fana: At a Speed of Life!

Hordoffiin deeggarsaa fayyaa idileen gaggeeffamaa jira

0 77
Finfinnee, Caamsaa 13,2011(FBC)- Hordoffiin deeggarsaa fayyaa idileen gaggeeffamaa jira.
 
Ministeerri Fayyaa hordoffii deeggarsa idilee biyyoolessaa(suupparviizhinii) gaggeessaa jira.
 
Hrdoffichis naannolee fi bulchiinsota magaalaa hundatti raawwii dhaabbilee fayyaa ijoo fi sadarkaa maatii ilaala.
 
Hordoffichi ogeeyyii fayyaa fi hoggansa dhimmi sadarkaan isa ilaallatu waliin eegaleera.
Comments
Loading...