Fana: At a Speed of Life!

Miseensonni boordii trast fandii diyaaspooraa ifooman

0 75
Finfinnee, Caamsaa 12,2011(FBC)- Miseensonni boordii trast fandii diyaaspooraa ifooman.
 
Waajjirri Muummee Ministiraa akka beeksisetti boordii daayreektarootaa jalqabaa kanaan; Sirguut Yaadataa, Dooktar Mihirat Dabbabaa, Charinnat Dabalee, Yoohaannis Asaffaa, Dooktar Abdulwahaab Ibraahiim, Siistar Zabiidar Zawdee, bakka bu’aan dargaggootaa fulduratti ifooma, Iyyasuus Warqizaafuu, Salaamaawiit Daawiit, Hiiruut Zammanaa, Bileen Maammoo hammatamaniiru.
 
Boordin kun walitti qabaa fi itti aanaa akkasusas miseensota koree ni filata.
Comments
Loading...