Fana: At a Speed of Life!

Ummanni Walaayittaa hiriira gaaffii naannoodhaan of bulchuu dhiyeessan

0 106

Finfinnee, Caamsaa 9,2011(FBC)- Ummanni Walaayittaa mirgi naannoodhaan ofiin of bulchuu naaf yaa kabajamuun hiriira gaggeesse.

Hiriirichi magaalaa Walaayittaa Sooddootti gaggeeffame.

Hiriirichaan godinni Walaayittaa naannoo ta’ee hundaa’uun mirgi ofiin of bulchuu yaa kabajamuun gaafatameera.

Comments
Loading...