Fana: At a Speed of Life!

Preezdaant Saahilawarq gabaasa ibsa Beejiingii fi karoora raawwii biyyoolessaa ifoomsan

0 138
Finfinnee, Caamsaa 9,2011(FBC)- Preezdaant Saahilawarq Zawdeen gabaasa ibsa Beejiingii fi karoora raawwii biyyoolessaa ifoomsan.
 
Ibsichi kan ifoome galma Koomiishinii Diinagdee Afrikaatti.
 
Gabaasichi walqixxummaa fi fayyadamtummaa dubartootaa mirkaneessuurratti hojiilee hojjetamanii fi bu’aalee galmaa’an, hanqinoota mudatanii fi kallattii gara fuula duraarratti xiyyeeffata.
 
Gabaasichi hojiilee gara fuula duraatif murteessaa ta’uu ibsaniiru.
 
Milkaa’ina caalmadhaaf tumsaan hojjechuun akka barbaachisus ibsaniiru.
Comments
Loading...