Fana: At a Speed of Life!

Biiroon Eegumsa Fayyaa Oromiyaa ogeeyyota fayyaa waliin mari’ate

0 103

Finfinnee, Caamsaa 9,2011(FBC)- Biiroon Eegumsa Fayyaa Oromiyaa ogeeyyota fayyaa wajjin mari’ate.

Gaaffilee ogeeyyii fayyaa hiikuuf mootummaa naannoo fi federaalaa waliin qindoominaan hojjetamaa jiraachuu hogganaan biirichaa Dooktar Darajjee Dhugumaa fi itti aanaan biirichaa Dooktar Abdulqaadir Galgaloon himaniiru.

Yaata’uutii gaaffin ogeeyyii fayyaa hin deebineen sochiin hojii dhaabuf taasifamu sirrii akka hin taane ibsaniiru.

Mootummaan naannichaa qulqullinaa fi tajaajila fayyaa eegsisuuf hojjechaa turuu ibsaniiru.

Marichi boorus bakka itti aanaan preezdaantii naannichaa obbo Shimallis Abdiisaan argamanitti ni gaggeeffama.

Comments
Loading...