Fana: At a Speed of Life!

Manni marichaa muudama raggaasise

0 212
Finfinnee, Caamsaa 8,2011-Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa muudama koomiishinaraa fi itti aanaa koomiishinaraa Koomiishinii Bulchiinsa Daangaa fi Dhimma Eenyummaa raggaasise.
 
Dooktar Xaasaw Gabree koomiishinara, Ustaaz Abubakar Ahimad itti aanaa ta’uun muudamaniiru.
 
Manni marichaa muudamicha mormii 25 fi sagalee caalmadhaan raggaasise.
 
Dabalataan Kaardinaala Kaatoliikii Ityoophiyaa Birihaana Iyyasuus Suraafeel walitti qabaa Koomiishinii Araaraa fi Nageenyaa, aadde Yatnabbarsh Nugusee ammoo itti aantuu gochuun mormii 4, kan sagalee hin laanne 10 fi sagalee caalmadhaan raggaasiseera.
Comments
Loading...