Fana: At a Speed of Life!

Eejansiin Dhiyeessii Dawaa maashinoota yaalaf oolan 350 bite

0 44
Finfinnee, Caamsaa 8,2011- Eejansiin Dhiyeessii Dawaa maashinoota yaalaf oolan 350 bite.
 
Maashinoota ammayyaa bitaman keessaa 300 kan altiraasaawundii yammuu ta’u, 50 ammoo maashina raajiti.
 
Altiraasaawundiin buufataalee fayyaa fi hoospitaalota sadarkaa 1ffaaf guutuu biyyaatti raabsamu.
 
Maashinoota raajiimmoo hoospitaalota sadarkaa 1ffaaf raabsuuf qophiin xumuramuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.
 
Waliigalteen bittaa maashinootaa suphaa waggaa lamaa dabalateeti.
Comments
Loading...