Fana: At a Speed of Life!

Manni marichaa muudama koomiishinaraa fi itti aanaa koomiishianaraa ni raggaasisa

0 171
Finfinnee, Caamsaa 7,2011(FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa waltajjiisaa booritiin koomiishinaraa fi itti aanaa koomiishianaraa Koomiishinii Daangaa Bulchiinsaa fi Dhimma Eenyummaa ni raggaasisaan eegama.
 
Manni marichaa booru walga’ii idilee 39ffaa bara hojii 4ffaasaa ni gaggeessa.
 
Walga’ichaan koomiishinaraa fi itti aanaa Koomiishinii Daangaa Bulchiinsaa fi Dhimma Eenyummaa, akkasumas muudama koomiishinaraa fi itti aanaa koomiishinaraa Koomiishinii Araaraa fi Nageenyaa irrattis mari’atee ni raggaasisaan eegama.
 
Koreen dhaabbii dhimma qabeenya uumamaa, jallisii fi inarjii bulchiinsa gabaa albuudatiif wixinee labsii qophaa’e, qoratee ni raggaasisa.
 
Dabalataan wixineewwan labsii biroo qophaa’anirratti mari’atee koreewwan dhaabbii dhimmi isaan ilaallatuuf ni dabarsa.
Comments
Loading...