Fana: At a Speed of Life!

Dr Amiir Amaan hoggansa yaala kaansarii daa’immaniirratti laataniif badhaafaman

0 108
Finfinnee, Caamsaa 7,2011(FBC)- Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Amiir Amaan hoggansa, yaalli kaansarii daa’immanii qulqullinaan akka kennamu, laataniif Proojaktii Aslaan irraa badhaasa argatan.
 
Proojaktichi waajjira muummeesaa Ameerikaa tasisuun kaansarii daa’imummaatti mudatu ittisuurratti carraaqqii taasifamu deeggara.
 
Proojaktiin Alsaan Hoospitaala Xiqur Anbassaa, Yuunvarsiitii Jimmaa, Q/Phaawloos waliin ta’uudhan jireenya daa’imman kaansariif saaxilaman fooyyessuurratti hojjechaa jira.
 
Dooktar Amiir Amaan badhaasichaaf kan galateeffatan yammuu ta’u, badhaasicha kan fuudhef Ameerikaatti Ambaasaaddara Ityoophiyaa Fitsuum Araggaati.
Comments
Loading...