Fana: At a Speed of Life!

Dhaabbanni Barnoota, Saayinsii fi Aadaa Paarkii Garren Kaabatiif deeggarsa laate

0 48

Finfinnee, Caamsaa 7,2011(FBC)- Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Dhaabbanni Barnoota, Saayinsii fi Aadaa(UNESCO) Paarkii Biyyoolessaa Garren Kaabatiif deeggarsa maallaqaa yeroo balaa laate.

Dhaabbatichi deeggarsicha kan laate gaaffii Ityoophiyaatin ta’uu Faransaayitti Imbaasin Ityoophiyaa beeksiseera.

Deeggarsi laatames balaa paarkicharra ga’e qorachuu fi kallattii furmaataa gara fuula duraa kaa’uuf ogeeyyii Ityoophiyaa fi idil addunyaa minideessee hojjechiisufi.

Comments
Loading...