Fana: At a Speed of Life!

Aadde Ma’aazaa Ashannaafiin bakka bu’aa addaa Mirga Namoomaa Gamtaa Awrooppaa waliin mari’atan

0 181
Finfinnee, Caamsaa 7,2011(FBC)- Preezdaantiin Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa aadde Ma’aazaa Ashannaafiin bakka bu’aa addaa Mirga Namoomaa Gamtaa AwrooppaaEemoon Giilmoor waliin mari’atan.
 
Olaantummaa seeraa, mirga namoomaa fi jijjiirrama Ityoophiyaarratti mari’ataniiru.
 
Damee haqaarratti ga’ee manneen murtiirrattis yaada wal jijjiiruu isaanii Ministeerri Dhimma Alaa beeksiseera.
Comments
Loading...