Fana: At a Speed of Life!

Nama lakkoofsa lootarii waggaa 13 dura abjuudhan argeen, carra qabeessa ta’e

0 726
Finfinnee, Caamsaa 6,2011(FBC)- Nama lakkoofsa lootarii waggaa 13 dura abjuudhan argeen, carra qabeessa ta’e.
 
Namichi lammii Awustiraaliyaati. Jireenyisaa baha Awustiraaliyaati.
 
Lakkoofsa waggaa 13 dura abjuudhan argeen, lootarii kutee abbaa carraa Doolaara kuma dhibba 7 ittiin inifateera.
 
Namichis Roobii darbe lootarii abbaa carraa Doolaara 709,842.97 injifateera.
 
Lakkoofsa lootarii abjuudhan arge kana irra deddeebidhaan waggoottan 13 darban yaalaa tureera.
 
Lakkoofsa abjuudhan arges barreeffatee waggoota 13f carraa lootarii kutaa turuu ibseera.
 
Lakkoofsicha ammas taanan irra deddeebiin kan yaalu ta’uu ibseera.
Maddi; UPI
Comments
Loading...