Fana: At a Speed of Life!

Dr Shumatee Gizaaw itti gaafatamaa Waajjira Muummee Ministiraa ta’uun muudaman

0 223
Finfinnee, Caamsaa 6,2011(FBC)- Dooktar Shumatee Gizaaw itti gaafatamaa Waajjira Muummee Ministiraa ta’uun muudaman.
 
Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad hoggansa lamaaf muudama laataniiru.
 
Sadarkaa ministiraatti Dooktar Shumatee Gizaaw itti gaafatamaa Waajjira Muummee Ministiraa ta’uun yoo muudaman, sadarkaa ministiraatti obbo Geetaachaw H/maariyaam ammoo Ministeera Raayyaa Ittisaatti itti gaafatamaa damee ijaarsaa ta’uun muudamaniiru.
Comments
Loading...