Fana: At a Speed of Life!

Obbo Dammaqaa Makoonnan, Yuweerii Kaaguutaa Museveenii waliin mari’atan

0 146
Finfinnee, Caamsaa 5,2011(FBC)- Itti aanaan muummee ministiraa obbo Dammaqaa Makoonnan preezdaantii Yugaandaa Yuweerii Kaaguutaa Museveenii waliin mari’atan.
 
Marii magaalaa Inteebeetti taa’ameen nageenya naannoo fi hariiroo biyyoota lamaanii cimsuurratti waliigalaniiru.
 
Obbo Dammaqaan ergaa muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimadirraa ergame, preezdaantichaan ga’aniiru.
Comments
Loading...